Maatii Afoshaa Lalisaa Laaloo logoMaatii Afoshaa Lalisaa Laaloo

About

Afoshaa Lalisaa Laaloo'n

Afoshaa Lalisaa Laaloo kara dijitaalaa yokaan marsariitii odeefannoo wal jijjiiruu, bulchinsa, fi qunnamtii ifaa fi hubannoo gaarii kan tumsudha.

Kunis miseensootni keenya bakkeewwan gara gara jiran whatsapp, telegram qofa fayyadamuun gahaa waan hin taneef marsariitii kana fayyadamuun caalaatti hariroo keenya gahoomsa.

Akkaataa Bulchiinsa Afoshaa Keenyaa

  • Miseensootni fi komiteen kara salphaa taheen wal-qunnamuu
  • Kara qinda'aa taheen komiteen kan hogganamu
  • Miseensi fi komiteen angoo gara garaa kan murteessu
  • Odeefannoo bira adda addaan kan gabasu