Maatii Afoshaa Lalisaa Laaloo logoMaatii Afoshaa Lalisaa Laaloo

marsiritii haala qabinsa, bulchinsa, odeefannoo wal jijjiiruu

Gara Afoshaa keenyatti baga nagaan dhuftaan, yooyyaa, ana haa dhufu!

Afoshaan keenya kun miseensoota jirattoota magaalaa Finfinnee, Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Magaalota Finfinnee irraa fageenya Kiilo-meetira 50 gad irratti argaman qofa irratti kan hammatu yeroo ta'u, dhalattooni naannoo keenyaa daangaa kanaan alatti jiran yoo fedhan miseensummaan hirmaachuu kan dandaa’an yommuu ta’u tajaajilli argatan garuu dambii kana irratti maallaqa murtaa’e qofa ta’a. Kana jechuun daangaa ala baanaan tajaajila afooshichi warra Finfinneefi Magaalota Shaggar jala jiraniif kennu sababa fageenyaaf argachuu hin danda’an.

Haa ta’u malee kara sab-qunnamtii kenyaa nu iyyaafachuu, yaada qabdaan nuuf erguu dandessuu. Bakka dhaloota keenyaa, qe'ee maatii keenyaa hidhaa armaan gadii irratti argamuun cuqasuun ilaaluu dandessu.

kara marsariitii kana tajaajilli argannu

Iftoomina, qunnamtii ifaa fi hubannoo gaarii kan calaqqisu!

Content publishing

Create polished updates, announcements, and long-form stories with a clean editorial workflow.

Secure access

Protect internal content with role-based access for admins and operators while keeping public-facing information clear and easy to understand.

Operational visibility

Keep teams informed with structured updates, public information, and an organized content hub.

Brand

Afoshaa Lalisaa Laaloo

Mission

To make communication, updates, and information access simple, reliable, and professional.

Location

Finfine, Ethiopia